Luke 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantichi Waaqaa ammoo, “Zakkaariyaas hin sodaatin! Waaqi daadimata keeti dhage'eera; niitiin teeti Elsaabeex ilma si'iif hin deetti; maqaa isaalle Yohaannis jettee baatta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo malaikaani waan jetteeni, Insodaatini, Zekaria, kad'acha tante la d'agayani, niitiini tante Elisabeti ilma sii d'alti, atini maqa isaa Yohana baafta.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo ergamaan, “Zakaariyas, hinsodaatiin! Kadhachaa tantee la dhagaanii niitiin tantee Elsaabex ilma sii dhaltii, atin maqaa isaa Yoh. aannis baaftaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan sun akkana jedheen, «Zakkaariyaas! kadhaan kee sii dhagayameeraa hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan sunillee akkana jedheen, «Zakkaariyaas, kadhaan kee sii dhagayameera hin sodaatin! haati manaa tee Elsaabeex ilma dhiiraa sii deetti; maqaa isaallee Yohaannis jettee itti baafta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleeyikkichi garuu akkana ni jedheen, «Yaa Zakaariyaas! Hin sodaatiin! Kadhannaan kee siif dhagayamee jira, haati worraa kee Elsaabex ilma dhiiraa siif ni deetti, maqaa isaa'llee Yohaannis jettee ni waamitaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantichi Waaqaa ammoo, «Zakaariyaas hin sodaatin! Waaqi daadimata keeti dhage'eera; niitiin teeti Elsaabeex ilma si'iif hin deetti; maqaa isaalle Yohaannis jettee baatta.