Luke 1:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa inni dhalate ati guddoo hin gammadda; kolbaan hedduulle guddoo gammaddi.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ingammadda, nami hedduleeni si woliini gammada, hojja inni d'alatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guddoo si gammachiisa, ammallee waan innii dhalateef namii hedduun ingammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammaddee usheexita; yoo inni dhalate namoonni hedduu hin gammadan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gammaddee usheexita; yoo inni dhalate, namoonni hedduu hin gammadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhalachuun isaa siif waan misha'aa fi gammachuu isiniif ni ta'a, baayi'eewwan'llee dhalachuu isaatiin akkuma kana, ni gammadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa inni dhalate ati guddoo hin gammadda; kolbaan hedduulle guddoo gammaddi.