Luke 1:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaa Israa'elii hedduu gara Waaqa Goottaa isaanii hin deebisa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ijoolle Israeli heddu gara Aabbo Waaqa isaani deebise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ijoollee Israa'el hedduu gara Aabboo Waaqaa isaanii deebisa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee Israa'elii keessaa namoota hedduu gara Waaqa Gooftaa isaaniititti deebisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ijoollee Isiraa'elii keessaa namoota hedduu gara Waaqa Gooftaa isaaniititti hin deebisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni'llee ummata Israa'eelii keessaa baayi'eewwan gara Waaqa Gooftaa isaanii isaan ni deebisa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa Israa'elii hedduu gara Waaqa Goottaa isaanii hin deebisa.