Luke 1:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma Eliyaasii raagichaa Ayyaanaa fi hunna qabaatee, yaada abbooti'iitii fi ijoolle'ee tokko tolchiisaaf, kolbaa hin ajajanne gara yaada balchoole'eetitti deebisiisaaf, kolbaalle Gootta'aaf qopheessiisaaf Gootta'aan dura hin ideema” isaan jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbufi jabeenna aka Eliyatini fuula Aabbo dura deema. Ammalle abbootifi ilmaani wolti araarse, nama Waaqaa insaalfane qalbi worraa d'ugaati deebisa aka gumi Aabbo Aabboo kurfeesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
innii Hafuuraa fi jabeennaan Eliyaasitiin fuula Aabboo dura deema, akka garaa abbootii gara ilmaanii deebisu, ammallee akka nama Waaqaa hinsaalfaneellee qalbii warraa dhugaatti deebisee gumii Aabboo Waaqaa Waaqaa kurfeessu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hafuura Eliyaasiitii fi hunnaan afoo isaa hin deema; Inni yaada abbooti'ii gara ijoolle'ee; worra hin ajajamnellee gara ogummaa qajeellotaa hin deebisa; banii dammassee Goofta'aaf akka qophaayan taasisa.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hafuura Eliyaasiitii fi hunnaan afoo isaa hin deema; Inni yaada abbooti'ii gara ijoolle'ee, worra hin ajajamnellee gara ogummaa qajeellotaa hin deebisa; banii dammassee Goofta'aaf akka qophaayan taasisa.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma nabiyyicha Eliyaasii hafuuraa fi huminnaan ta'ee inni onnee abbootii gara ijoollee isaanii, onnee namoota hin ajajamnne'llee gara ogummaa ququllaawotaa titti ni deebisa, ummata'llee dammaqissu'uun Goofta'aaf akka qophaayan isaan ni taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma Eliyaasii raagichaa Ayyaanaa fi hunna qabaatee, yaada abbooti'iitii fi ijoolle'ee tokko tolchiisaaf, kolbaa hin ajajanne gara yaada balchoole'eetitti deebisiisaaf, kolbaalle Gootta'aaf qopheessiisaaf Gootta'aan dura hin ideema» isaan jedhe.