Luke 1:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Zakkaariyaas Erganticha Waaqaatiin, “Wonni kun akka teetu attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyalle dulloonneerra” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zekariani waan malaikaani jed'e, Anini akamiini waan kana beekha? Anini jaarsa, niitiini tiyyaleeni la jaarte guguufte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Zakaariyas ergamaan, “Anin akkamiin waan kana beeka? Anin la jaaree, niitiin tiyyalleen la jaartee lulluttee” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Zakkaariyaas Maleekkaa saniin, «Wonti kun akka ta'u attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyallee jaarreerra» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Zakkaariyaasillee Maleekkaa saniin, «Wonti kun akka ta'u attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyallee jaarreerra» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Zakaariyaas garuu Maleyikkichaan, «Wonitti kun dhugaa ta'uu isaa maali'iin beeka? Ani jaaree jira, haati worraa tiyya'llee umri'iin ufi durana deemitee jirtti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zakaariyaas Erganticha Waaqaatiin, «Wonni kun akka teetu attamiin beeka? Anii fi haati manaa tiyyalle dulloonneerra» jedhe.