Luke 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantichi Waaqaalle, “Ani Gabri'eel, ka fuula Waaqaa dura dhaabbadhu, oduu gammadaa tana sitti himiisaaf ergamee dhufe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan jetteeni, Anini Gabrieli, ka fuula Waaqa dura ejatu, ana siti ergani aka odu dansa tana siti himu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamaan ammoo, “Anin Gabri'el, ka fuula Waaqaa dura ejjatu, akka oduu dansaa tana sitti himu na sitti ergan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan deebisee, «Ani Gabri'eelii afoo Rabbii dhaabadhu; oduu gammachu'uu kana sitti himu'uuf ergame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan deebisee, «Ani Gabri'eelii afoo Rabbii dhaabadhu, oduu gammachu'uu kana sitti himu'uuf ergame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleeyikichi'llee akkana jedhu'uun ni deebiseef, «Ani Waaqa durana ka dhaabadhu Gabri'eel, oduu gammachu'uu kana akka sitti himuuf, Waaqa biraa ergamee dhufee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantichi Waaqaalle, «Ani Gabri'eel, ka fuula Waaqaa dura dhaabbadhu, oduu gammadaa tana sitti himiisaaf ergamee dhufe.