Luke 1:2 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergaa tana worri nu'uuf dabarsane worra jalqabaa jalqabanee ila ifiitiin dhagganee fi worra dubbii tana lallabane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri, gaafa t'aafe, akuma jari waan kana haguma duriiti arge odeese nuti hime gula t'aafe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii gaafa barreesse, akkuma jarii waan kana haguma duriitii gula yaa'u, ka ila ufitiin arge, odeessee nutti hime gula barreesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seenaan kun ka worri ijaan arganii fi worra tajaajilaa dubbii Waaqaa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaa kana nuuf worri dabarssan, jalqabumaa kaasee ragoota ijaan arganii fi tajaajilttoota dubbii isaa worra turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergaa tana worri nu'uuf dabarsane worra jalqabaa jalqabanee ila ifiitiin dhagganee fi worra dubbii tana lallabane.