Luke 1:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ati ammoo ergaa tiyya ta yennaa te'uu maltetti, te'uu jirtu hin dhugeeffanne. Waan dhugeeffatiisa dhaddeef haga wonni kun teetutti, afaan hin duudda; dubbatiisalle hin dandeettu” jedhee deebise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasi! Atini afaani duuda, haga wonti kuni guutamtuuti indubbattu, waan atini dubbi tiyya ta eegi tana guutamtu d'ugefachu diddeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Atin ammoo waan dubbii tiyya ta eegii tanaa guutamtu dhugeeffachuu diddeef, haga wantii kun guutamtuutti afaanii duuddaa hindubbattu” jedhe deebiseef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati dubbii kiyya ka hennaa ufiititti raawwatamu waan hin amanneef haga gaafa wonti kun ta'uutitti afaaniin dubbachuu hin dandeettu» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ati dubbii kiyya ka hennaa ufiititti raawwatamu waan hin amanneef haga gaafa wonti kun ta'uutitti afaaniin dubbachuu hin dandeettu» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati garuu yeroon yoo gayutti dubbii kiyya ka raawwatamu hin amanne, kanaaf wonitti sitti hime kun marrinuu haga raawwatamutti duudaa ni taata, dubachuu'llee hin dandeettu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo ergaa tiyya ta yennaa te'uu maltetti, te'uu jirtu hin dhugeeffanne. Waan dhugeeffatiisa dhaddeef haga wonni kun teetutti, afaan hin duudda; dubbatiisalle hin dandeettu» jedhee deebise.