Luke 1:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan yennaa san Zakaariyaas eegatiisatti jirtu, inni Galma Waaqaa keessatti turee jennaan maadeffatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Zekaria eegu waan inni akana Mana Waaqa keesati tureefi mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii yo sun Zakaariyas eeguu sun waan innii akkana Mana Waaqaa keessatti tureef inmame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinillee Zakkaariyaasiin eega'aa ture. Mana woyyuu keessa ol seenee waan tureef maalalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baniinillee Zakkaariyaasiin eega'aa ture. Mana woyyuu keessa ol seenee waan tureef maalalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo kanatti namoonni Zakaariyaasiin ni eeganiin ture, Mana Waaqeffanna'aa keessatti'llee waan isaan irraa tureef, ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan yennaa san Zakaariyaas eegatiisatti jirtu, inni Galma Waaqaa keessatti turee jennaan maadeffatte.