Luke 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaan Zakkaariyaas Galma Waaqaa keessatti tajaajilu hobbaatee jennaan gara mana ifii deebi'ee gale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani faro isaa hobaanaani inni worra ufiti gale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaan faroo isaa hobaanaan innii warra ufiitti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee ji'oonni tajaajila isaa dhumnaan gara mana ufii deeme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo tajaajila isaa'llee eega raawwatameen duubatti Zakaariyaas gara mana isaa, ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan Zakaariyaas Galma Waaqaa keessatti tajaajilu hobbaatee jennaan gara mana ifii deebi'ee gale.