Luke 1:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Elsaabeex ulfoottee ji'a ja'eesso'ootitti Waaqi erganticha Gabri'eel gara qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi jia jaa Waaqi malaika Gabrieli gara olla toko ka Galilaya, ka Nazareti jed'ani, erge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Elsaabexii haga ulfooftee ji'a ja'aa Waaqii ergamaa Gabri'el jedhan gara biyya Galiilaa dira Naazireeti jedhaniitti erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii Gabri'eel ji'a jaheesso'ootitti gara qachaa Naazireetii Galiilaa keessatti argamtuu,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan Rabbii Gabri'eel ji'a jahaffa'aatitti gara qachaa Naazireetii Galiilaa keessatti argamtuu,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Elsaabex ulfoofttee ji'a jahaffaa titti malayikichi Gabri'eel arddii Galiila'aa titti gara magaalaa argamtu ta Naazireet jedhamtuu titti, Waaqaan biraa ni ergame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaabeex ulfoottee ji'a jayeesso'ootitti Waaqi erganticha Gabri'eel gara qachaa Naaziretii ka Galiilaa keessatti dhaggamuu,