Luke 1:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
gara durra duuddu'uu ta Maariyaam jedhantuu takka erge. Isiin nama Yoseef jedhamu ka sanyii Mooticha Daawwitii keessaa dhalate tokkoof kadhatanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gara intala dubra toko ta namichi Yusufu jed'ani kad'achu jiru, ka gosa Daudi, maqaani intala Mariamu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergaan isaa gara intala dubraa ta namichii Yoseef jedhan, ka gosa Daawiti kadhachuu jiruu, maqaan intalaa Maariyaam.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara durba duudaa Maariyaam jedhamtuu ta namicha fiixaa Daawitii irraa dhalate ka maqaan isaa Yooseef jedhamuu qaadhimamteetitti Rabbiin biraa ergamee dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara durba duudaa Maariyaam jedhamtuu ta namicha fiixaa Daawitii irraa dhalate ka maqaan isaa Yooseef jedhamuu qadhimamteetitti Rabbiin biraa ergamee dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka ergame'llee fiixaa Daawiitii keessaa gara ka ta'e Yooseef nama jedhamu, gara ta qaadhimammittee gara durbba duudaa takkaa ture, maqaan durbba duudaa tanaa'llee Mariyaam ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gara durra duuddu'uu ta Maariyaam jedhantuu takka erge. Isiin nama Yoseef jedhamu ka sanyii Mooticha Daawitii keessaa dhalate tokkoof kadhatanteerti.