Luke 1:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaamiin dubbii erganticha Waaqaa mantee “Kun nageya attamiiti?” jettee yaadatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan dubbi tanaatiifi guddo rifatte, garaa ufi keesati, mamte Kunini nagaya akami? jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam nagaa kaan dhageenaan, garaa ufii keessatti guddoo rifattee mamtee, “Kunin nagaa akkamii?” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaam dubbii Maleekkaa Rabbii mamtee, «Kun nagaya attamiiti?» jettee yaadde.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaam dubbii Maleekkaa Rabbii mamtee «Kun nagaya attamiiti?» jettee yaadde.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isiin'llee haasaya maleyikkichaatiin haalaan naatee, «Kun nagaya attamii ta'inna?» jettee, ni yaadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaamiin dubbii erganticha Waaqaa mantee «Kun nageya attamiiti?» jettee yaadatte.