Luke 1:3 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre anille, waan mara jalqabaa jalqabee, akka dansaa waan qoradheeruuf, tarre'etti galchee si'iif barreessuun dansaa teetee anatti mudhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anileeni dansa sehe, aka waan kana qajeelche sii t'aafu, waan anini haguma qara dubbi tana aka dansaa ilaale barad'eefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf, waan anin haguma qaraa dubbii tana akka dansaa ilaalee baradheef, akka waan kana qajeelchee sii barreessu dansaa se'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee gara kiyyaan abuurraa maraan uf eegganna'aan haga qoradheen maayessa seenaa akka tartiiba eeggateen sii barreessuun akka waan mishaa ta'e arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana ani jalqabumaa kaasee, waan maraa ufi eegganna'aan eega qoradheen duubatti, seenaa isaa tartiibaan siif barreessuun, mishaa ta'ee isaa ni argadheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre anille, waan mara jalqabaa jalqabee, akka dansaa waan qoradheeruuf, tarre'etti galchee si'iif barreessuun dansaa teetee natti mudhatte.