Luke 1:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantichi Waaqaa isi'iin, “Maariyaam, hin sodaatin! Waaqi si badhaaseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan jetteeni, Mariamu, insodaatini, Waaqi ya si eebise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jenaann ergamaan isiin, “Ee Maariyaam, hinsodaatin! Waaqii ya si eebbisee!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan akkana isi'iin jedhe, «Maariyaam hin sodaatin! Rabbiin afo'otti badhaadha argatteertaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaanillee akkana isi'iin jedhe, «Maariyaam, hin sodaatin! Rabbiin afo'otti badhaadha argatteertaa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maleeyikichi'llee akkana ni jedheen, «Yaa Mariyaam! Waaqa duranatti gaachena argattee jirtaatii hin sodaatin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantichi Waaqaa isi'iin, «Maariyaam, hin sodaatin! Waaqi si badhaaseera.