Luke 1:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni guddaa hin te'a, Ilma Waaqa Ol Aana'aalle hin jedhama. Goottaan Waaqi akkuma abbaa isaa Daawwitii isa hin mootonsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gudda taha, Ilma Waaqa Gudda jed'aniini. Aabbo Waaqi hayyu isa tolcha, akuma abaabo isaa Daudi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guddaa ta'a ilma Waaqaa Guddaa jedhanii yaaman, Aabboo Waaqii hayyumaa abaaboo isaa Daawit inkennaaf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni guddaa ta'a; Ilma Rabbii maraa olii jedhama. Waandhi Gooftaan teessoo Abbaa isaa ka Daawitii hin kennaaf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee guddaa ta'a, Ilma Rabbii Ol Aana'aa hin jedhama. Waandhi Gooftaan teessoo Abbaa isaa ka Daawitii hin kennaaf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni Ol Aanaa ni ta'a, Ilma Waaqa Ol Aana'aa'llee ni jedhama, Gooftaan Waaqinni'llee teessoo abbaa isaa Daawiitii ni kennaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guddaa hin te'a, Ilma Waaqa Ol Aana'aalle hin jedhama. Goottaan Waaqi akkuma abbaa isaa Daawitii isa hin mootonsa.