Luke 1:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni kolbaa Israa'eliitiif haga barabaraa mootii hin te'a, mootummaan isaalle dhuma hin qaddu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hayyu worra Yakobo haga hegerile taha; hayyumti isaa muumme inqabdu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga jiruu jireennaa hayyuu warra Yaaqob ta'a; hayyuumittii isaalleen muummee hinqabdu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana Yaaqoobii irratti haga bara baraa mooya; Jeennanni isaallee dhuma hin qabu.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mana Yaaqoobii irratti haga bara baraa mooya, Jeennanni isaallee dhuma hin qabu.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Israa'eeliin irratti'llee bara baraaf nugusa ta'a, Mootummaa isaatiif'llee muummee hin qabu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa Israa'eliitiif haga bara baraa mootii hin te'a, mootummaan isaalle dhuma hin qaddu» jedhe.