Luke 1:4 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ati baratteertu dhugaa akka teete guutattee akka beettuuf, ani tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini waan kana tolchuufi aka atini d'uga waan si barsiisani barattu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii anin waan kana tolchuuf akka atin dhugaa waan sii barsiisanii waan mirkana ta'e barattuuf.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kana godhuuf wonti baratte dhugaa akka ta'e sirri'itti haa beettu'uuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee raawwachuun kiyya'llee, dhugummaa barnnoota barattee, akka ta'utti akka hubattuuf jedheeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ati baratteertu dhugaa akka teete guutattee akka beettuuf, ani tana godhe.