Luke 1:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Elsaabeex nageya Maariyaami'ii yennaa dhageette, annuun gadaamessa isi'ii keessa utaale. Elsaabeex Ayyaana Woyyichaan guutantee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elisabetiini nagaya Mariamu d'ageennaani, daimi garaa isii keesati gammadaani tabate. Elisabetiini Lubbu Qulqullooni guutamnaani
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Elsaabex nagaa Maariyaam dhageennaan, daa'imii garaa isii keessatti gammadaan taphatee, Elsaabex Hafuura Qulqulloon guutamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Elsaabeex hennaa nagaya Maariyaamii dhageette, rimeenni gadaamessa isi'ii keessatti utaale; Elsaabeexillee Ayyaana Woyyu'uun guuttamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Elsaabex qooniqqa nagaya Maariyaamii yeroo dhageettetti, daa'immnni gadaamessaa isi'ii keessa ture ni utaale. Elsaabex'llee Hafuura Qulqullu'uun guuttamttee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaabeex nageya Maariyaami'ii yennaa dhageette, annuun gadaamessa isi'ii keessa utaale. Elsaabeex Ayyaana Woyyichaan guutantee,