Luke 1:42 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
qoonqoo ol qabattee, “Ati dubartii mara caalaa ta eebbifante, mucaan ati deettulle ka eebbifame!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo olfud'atte guddo lalabde waan jette, Nad'eeni ch'ufa keesa ya si eebisani, ammalle daimi garaa kanke keesaa bahuleeni ya eebifame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoo olfudhattee lallabdee, “Nadheen cufa keessaa ya si eebbisan, ammallee daa'imii garaa kankee keessa jiruulleen ya eebbifame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa ufii ol fudhattee akkana jette, «Ati dubartoota keessaa ta eebbifamte. Fiixaan gadaamessa keetiillee ka eebbifame!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Laagaa ufii ol fudhatteeti akkana jette. «Ati dubartoota keessaa ta eebbifamte. Fiixaan gadaamessa keetiillee ka eebbifame!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
qooniqqa isi'ii'llee ol fudhattee akkana ni jette, «Ati dubarttoota jiddu'uu ta eebifamtte, ka si irraa dhalatu'llee ka eebbifame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qoonqoo ol qabattee, «Ati dubartii mara caalaa ta eebbifante, mucaan ati deettulle ka eebbifame!