Luke 1:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Haati Goottaa kiyyaa gara kiyya dhuttee, akka ana dubbittuuf ulfinni akkanaa maaf anaa te'e?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini tuni maafi naa taate, ta haati Aabbo kiyya nati d'uftu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ulfiinnii akkana guddaa akkamiin naa ta'e, ta haatii Aabboo kiyyaa natti dhufte?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haadha Gooftaa kiyyaa! gara kiyya dhufuun kee naa ulfinna attamiiti?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
haadha Gooftaa kiyyaa gara kiyya dhufuun kee naa ulfinna attamiiti?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haati Gooftaa kiyyaa ana laalu'uuf dhufuun isi'ii, anaaf ulfinna ol aanaa attamiiti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati Goottaa kiyyaa gara kiyya dhuttee, akka na dubbittuuf ulfinni akkanaa maaf naa te'e?