Luke 1:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma qoonqoo nageya fuudhiisa keetii gurri kiyya dhage'een, finni gadaamessa kiyya keessaa gammadee utaale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nagaya kanke d'agayeeni, daimi garaa kiyya keesati gammade tabate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma nagaa kankee dhaga'een, daa'imii garaa kiyya keessatti gammadee taphate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa laagaa nagaya keetii gurra kiyyaan dhagaye rimeenni gadaamessa kiyya keessatti gammachu'uun utaale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa laagaa nagaya keetii gurra kiyyaan dhagaye rimeenni gadaamessa kiyya keessatti gammachu'uun utaale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
uduma qoonqqa gaafii nagaya keetii dhagaya'aa jirutti, daai'mnni gadaamessaa kiyya keessa jiru, gammachu'uun ni utaale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma qoonqoo nageya fuudhiisa keetii gurri kiyya dhage'een, finni gadaamessa kiyya keessaa gammadee utaale.