Luke 1:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dubbiin Goottaan isi'itti dubbate akka muummottu ta dhugeeffatte ta badhaate” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
La si eebisani, waan atini aka dubbini Aabbooni siti hime guutamtu d'ugefatteefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan atin akka dubbiin Aabboon sitti hime guutamtu dhugeeffatteef ya si eebbisan” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Gooftaa irraa isi'itti himame waan raawwatamuuf ta amante ta eebbifamte» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Gooftaa irraa isi'itti himame waan raawwatamuuf ta amante ta eebbifamte» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ati Gooftaan waan dubbate maraa ka raawwatu ta'uu isaa amanuu keetiin, attam ta eebbifamitte!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin Goottaan isi'itti dubbate akka muummottu ta dhugeeffatte ta badhaate» jette.