Luke 1:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maariyaam, “Lubbuun tiyya Goottaa galateessiti;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mariamuni waan jette: Garaani kiyya Aabbo faarsa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maariyaam faarsitee, “Garaan kiyya Aabboo faarsa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maariyaam akkana jette, «Lubbuun tiyya Gooftaa kabajjiti;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maariyaam akkana jette, «Lubbuun tiyya Gooftaa kabajjiti;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maariyaam'llee akkana ni jette, «Lubbuun kiyyaa Gooftaa ni galateeffatti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maariyaam: «Lubbuun tiyya Goottaa galateessiti;