Luke 1:48 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni garbittii ifii gad aantuu qaabbateera; ammaa jalqabee dhalooti duudiin ta badhaate anaan jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni ya garbiti ufi diqo qaabate. Ammalle eegi arraa achi d'alooti ch'ufti ta eebifamte naani jed'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan innii garbittii ufii diqqoo qaabateef, eegii ardhaatii jalqabee dhalootii cuftii ta eebbifamte naan jedha. Ammallee marroo Waaqii ka jabeenna qabu waan jabduu naa tolcheef, Maqaan isaa qulqulloo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Salphinna garbittii ufii waan argeef, adha irraa jalqabee dhaloonni maruu ta eebbifamte naan jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Salphinna garbittii ufii waan argeef, adha irraa jalqabee dhaloonni maruu ta eebbifamte naan jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni ana tajaajilttuu gad aanttuu laalee jiraatii, Adhaa jala qabee dhaloonni marrinuu, ati ta eebbifamitte naan jedhan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni garbittii ifii gad aantuu qaabateera. Ammaa jalqabee dhalooti duudiin ta badhaate anaan jedha.