Luke 1:49 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi dande'aan waan guddoo anaaf godhe. Maqaan isaalle woyyicha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
maro Waaqi ka jabeenna qabu waan jabdu na tolcheefi. Maqaani isaa qulqullo;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni jabaan na irratti waan guddaa hojjate. Maqaan isaallee woyyu'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni jabaan narratti waan guddaa hojjate. Maqaan isaallee woyyu'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Ol Aanaan wonittoota guguddoo naaf raawwatee jiraatii. Maqaan isaa'llee Qulqullu'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi dande'aan waan guddoo naaf godhe. Maqaan isaalle woyyicha.