Luke 1:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marartiin isaa worra isa sodaatuuf dhalootaa haga dhalootaa ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni worra isa sodaatu inaha, d'aloota ch'ufa keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii dhaloota cufa keessatti warra isa sodaatuu in na'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhiifamsi isaallee worra isa sodaataniif dhaloota irraa haga dhalootaa jiraata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhiifamsi isaallee worra isa sodaataniif dhaloota irraa haga dhalootaa jiraata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni namoota isa sodaatan maraaf, dhalootaa haga dhalootaa titti, dhiifama ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marartiin isaa worra isa sodaatuuf dhalootaa haga dhalootaa ti.