Luke 1:52 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mootota jajjaba barcumaa mootummaa isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyoota barch'uma guddinna iraa kaase hiyyeeyi ira teteesise,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyoota ufi gugurdiftu barcumaa guddinnaa irraa kaasee warra ufi didiqqeessu ulfinnaan irra teteessise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoota teessoo isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulchitoota ol aanttota teessoowwan isaanii irraa, isaan buusee jira, gad aantota garuu ulfinnaan, ol isaan qabee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootota jajjaba barcumaa mootummaa isaanii irraa buusee, worra gad aanaa ol kaase.