Luke 1:53 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worra beelowe waan dansa'aan quussee, dureeyyii harka duwwaa gad lakkise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni jara beela qabu waan dansaani quufse, dureeyi harka duwa gusse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warra beela qabu waan dansaan quufsee, dureeyyii harka duwwaa gusse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra beelayanillee waan misha'aan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra beelayanillee waan misha'aan isaan quubsee, dureeyyiillee harka duwwaa geegesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Worra beelayan waan misha'aan isaan quubssee jira, dureeyyii garuu harka duwwaa isaan geegessee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra beelowe waan dansa'aan quussee, dureeyyii harka duwwaa gad lakkise.