Luke 1:54 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abbootii teenna Abrahaamii fi sanyii isaa maraaf addii haga bara baraa kenne qaabbatee, marartii ifiitiin garbicha ifii Israa'el gargaareera” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yayu garbicha ufi Israeli qarqaare, akuma ababoota teennati kakhate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii Akkuma abaaboota teennatti kakatee, hojjattuu isaa Israa'el laayyuu qarqaare;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun, hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma inni abbootii teenna Abrahaamii fi fiixaa isaatiif dubbate araara ufii ka bara baraa san yaadachu'uun, hojjataa ufii Israa'eliin gargaareera» jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abrahaamii fi fiixaa isaatii bara baraan, dhiifama isaaniif mulidhise yaadachu'uun, Tajaajilaa isaa Israa'eelii gargaareenii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootii teenna Abrahaamii fi sanyii isaa maraaf addii haga bara baraa kenne qaabatee, marartii ifiitiin garbicha ifii Israa'el gargaareera» jette.