Luke 1:59 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Guyyaa saddeetesso'oo annuu haqanqabaa qabiisaaf worri dhufane, annuu maqaa abba'aatiin, Zakkaariyaas jedhanee baasiisaaf barbaadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi torbaani toko gurbaa qabanqaba qabu d'ufani; sila maqa gurbaa Zekaria baasu fed'ani abba gula.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa saddeettessoo gurbaa dhaqaanqabaa qabuu dhufan; akka maqaa abbaa gula Zakaariyas jedhanii maqaa baasuu fedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetesso'ootitti dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daa'ima gadoomsu'uuf guyyaa saddeetaffa'aatitti worri dhufan, daa'ima maqaa abbaa isaa Zakkaariyaasiin itti baasuu fedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Daai'mnni dhalatee guyyaa saddeetaffaa titti, naamusa gadoomaa daa'imaa irratti argamu'uuf, olloonni isi'iitii fi firoonni isi'ii wol gayanii ni dhufan, maqaa abba'aatiin Zakaariyaas jedhanii isa waamu'uuf barbaadanii turan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa saddeetesso'oo annuu haqanqabaa qabiisaaf worri dhufane, annuu maqaa abba'aatiin, Zakaariyaas jedhanee baasiisaaf barbaadane.