Luke 1:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan lamaanuu ajajaa fi seera Gootta'aa maraaf ajajamaa fuula Waaqaa duratti le'ii dansaa le'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lachu Waaqa durati worra d'ugaati, wollaala male seera isatiifi aada isaa ch'ufa guutani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii lachuu Waaqaa duratti warra dhugaati, wallaala malee seera isaatii fi aadaa isaa cufa guutan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan lamaanuu ajaja Goofta'aatii fi seera maraanuu mudaa malee jiraachu'uun Rabbiin afo'otti qajeellota turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Lamaanuu Waaqa duranatti qulqullaayota ni turan, ajajaa fi naamusa Goofta'aa'llee ashaa malee ni eeggan turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lamaanuu ajajaa fi seera Gootta'aa maraaf ajajamaa fuula Waaqaa duratti le'ii dansaa le'ane.