Luke 1:60 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Haati isaa ammoo, “Waawwoo! Maqaan isaa Yohaannis jedhamuu qaba” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo haati waan jette, Akasiniti, Yohana jed'a jette.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haatii isaa ammoo, “Akkasinitii, Yoh. aannis ha jedhanii” jettee didde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati ammoo inni Yohaannis haa jedhamuu malee akkas hin ta'u jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haati ammoo inni Yohaannis haa jedhamuu malee akkas hin ta'u jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haati garuu, «Akkana hin ta'u, maqaan isaa Yohaannis» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati isaa ammoo, «Waawwoo! Maqaan isaa Yohaannis jedhamuu qaba» jette.