Luke 1:61 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan isi'iin, “Worra keeti keessaa maqaa kanaan ka waamameeru tokkolle hin jiru” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Fiit'a teesani keesa nami maqa akasitini yaamani injiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ammoo, “Fiixaa teessan keessa namii maqaa akkasitiin yaaman hinjiru” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan isi'iin «Worra kee keessaa maqaa kanaan ka waamameeru tokkollee hin jiru» isi'iin jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan isi'iin «Worra kee keessaa maqaa kanaan ka waamameeru tokkollee hin jiru» isi'iin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Maatii kee keessaa maqaa kanaan ka waamame eennu'llee, hin jiruu?» isi'iin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan isi'iin, «Worra keeti keessaa maqaa kanaan ka waamameeru tokkolle hin jiru» jedhane.