Luke 1:62 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba abbaan isaa eennu jedhee maqaa isaa baasiisaaf akka barbaadu beessisaan gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani abba harkaani gaafatani, Maqaani gurba eennu? jed'aniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan abbaa harkaan gaafatanii, “Maqaan gurbaa eennu?” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan Ilma ufiitiin eennu jedhee maqaa akka itti baasu malkataan gaafataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan Ilma ufiitiin eennu jedhee maqaa akka itti baasu malkataan gaafataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti abbaa isaatiin, «Ilmi kee eennu jedhamee akka waamamuuf barbaadda?» jedhanii, malikataan ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba abbaan isaa eennu jedhee maqaa isaa baasiisaaf akka barbaadu beessisaan gaafatane.