Luke 1:63 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Zakkaariyaas waan irratti barreessu gaafatee, “Maqaan isaa Yohaannis” jedhe barreesse. Isaan martinuu waan kana baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zekariani waan irati t'aafu kad'ate waan t'aafe, Maqaani isaa Yohana. Nami ch'ufti imame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Zakaariyas waan irratti barreessu akka kennaniif gaafatee, “Maqaan isaa Yoh. aannis” jedhee barreessee jennaan, namii cuftii mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee waan irratti barreessu gaafatee, maqaan isaa Yohaannis jedhee barreesse. Isaan Martinuu hin maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee waan irratti barreessu gaafatee, maqaan isaa Yohaannis jedhee barreesse. Isaan Martinuu hin maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Zakaariyaas'llee waan barreessaniin akka kennaniif gaafatee, «Maqaan isaa Yohaannis» jedhee ni barreesse, marrinuu waan kanaan ni maalaliffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zakaariyaas waan irratti barreessu gaafatee, «Maqaan isaa Yohaannis» jedhee barreesse. Isaan martinuu waan kana baaseffatane.