Luke 1:64 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennuma san arrabi isaa hiikamee, dubbatiisa dande'ee, Waaqa galateeffate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojuma suni afaanifi arabi hiikhame, dubbate Waaqa faarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoma sun arrabii isaa hiikamee, dubbatee Waaqaa faarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma san afaan isaa banamee arrabni isaallee hiikkatee Rabbiinillee galatoonfata'aa dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoma san afaan isaa banamee arrabni isaallee hiikkatee Rabbiinillee galatoonfata'aa dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroma sanitti Zakaariyaas arrabinni isaa hiikkamee dubbachu'uuf ni danda'e, Waaqa'llee galateeffachuu jala ni qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san arrabi isaa hiikamee, dubbatiisa dande'ee, Waaqa galateeffate.