Luke 1:65 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ollaan marti waan te'e kana sodaate. Oduun waan kanaalle biyya Yihuda'aa goorittii keessatti addee maratti odeeffante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ollaani ch'ufti sodaate, dubbini tuni haga lafa gaareeni Yahudi geete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ollaan cuftii sodaatee, dubbiin taan ballattee haga lafa gaarreen Yihudaa cufa dhaqabadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ollaan isaanii martinuu hin sodaatan. Wonti kun biyya Yihuuda'aa marattuu odeeffame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ollaan isaanii martinuu hin sodaatan. Wonti kun biyya Yihuuda'aa marattuu odeeffame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana irraa kan ka'een olloota isaanii mara irrattuu, sodaan ni bule, oduun'llee lafa gaara biyya Yihuda'aa maratti, ni dhagayame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ollaan marti waan te'e kana sodaate. Oduun waan kanaalle biyya Yihuda'aa goorittii keessatti addee maratti odeeffante.