Luke 1:67 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba abbaan isaa Ayyaana Woyyichaan guutamee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbaani isaa Zekariani Lubbu Qulqullooni guutamnaani fage waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abbaan isaa Zakaariyas Hafuura Qulqulloon guutamnaan himee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaallee Zakkaariyaas Ayyaana Woyyu'uun guuttamee akkana jedha'aa raaga dubbate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaan isaallee Zakkaariyaas Ayyaana Woyyu'uun guuttamee akkana jedha'aa raaga dubbate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaan daa'imaa Zakaariyaas'llee Hafuura Qulqullu'uun guuttamee, akkana jechu'uun raaga ni dubbate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba abbaan isaa Ayyaana Woyyichaan guutamee,