Luke 1:68 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Kolbaa ifii gargaaree, bilisa baasiisaaf waan dhufeef, Goottaan Waaqi Israa'elii galatoomuu!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo Waaqi Israeli ha eebifamu: Wonti akanatiifi inni gumi ufi qarqaare baasu d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboo Waaqii Israa'el ha galatoomuu, waan gumii ufii qarqaaree baasuu dhufeef,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii ufii gargaaree bilisa waan isaan baaseef, Waandhi Israa'eelii Gooftaan haa eebbifamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Banii ufii gargaaree bilisa waan isaan baaseef, Waandhi Israa'eelii Gooftaan haa eebbifamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ummata isaa dhiifamaan waan laalee fi waan isaan fayyiseef, Waaqinni Israa'eelii Gooftaan, haa galateeffamu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa ifii gargaaree, bilisa baasiisaaf waan dhufeef, Goottaan Waaqi Israa'elii galatoomuu!