Luke 1:69 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanyii Daawwitii tajaajilaa ifii irraa, fayyisaa jabaa nu'uuf kaaseera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni baafama ka taka argani ind'agayiini nuu kenne, d'aloota garbicha ufi Daudi keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii dhaloota hojjataa ufii ka Daawitii keessaa baafama takka arganii hindhaga'iin nuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara durii irraa jalqabee afaan raattota woyyootaatiin akkuma dubbate, fiixaa Daawitii keessaan fayyisaa jabaa nuuf kaaseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara durii irraa jalqabee afaan raattota woyyootaatiin akkuma dubbate, fiixaa Daawitii keessaan fayyisaa jabaa nuuf kaaseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fiixaa Daawiitii tajaajila'a keessaa, Fayyisaa ol aanaa kaasee jiraatii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyii Daawitii tajaajilaa ifii irraa, fayyisaa jabaa nu'uuf kaaseera.