Luke 1:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Elsaabeex maseena waan teeteef, isaan ijoollee hin qabanu. Isaan lamaanuu guddoo dulloomaneeran.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilme inqabani maro Elisabetini maseena taateefi; ammalle jari lachu jaarole.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuulle ammoo, Elsaabex marroo maseena taateef, ilmee hindhale; ammallee jarii lachuu jaarrolee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Elsaabeex waan dhabduu taateef finna hin qaban. Isaan lamaanuu guddisanii jaaraniiran.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Elsaabeex waan dhabduu taateef, finna hin qaban. Lamaan isaaniituu guddisanii jaaraniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Elsaabex dhabidduu waan turtteef finna hin qaban ture, akkuma kana lamaanuu haalaan jaaranii jiran ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaabeex maseena waan teeteef, isaan ijoollee hin qabanu. Isaan lamaanuu guddoo dulloomaneeran.