Luke 1:71 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
diinotaa fi harka worra nu jibbuu mara jalaa akka nu fayyisu addii nuuf kenneera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni aka harka nyaapatiifi jara nuu jibbule jala nu baasu kakhate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka harka nyaaphaatii fi jara nu jibbuullee jalaa nu baasuu kakate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra diina keenna ta'anii nu jibban maraa irraa nu fayyisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra diina keenna ta'anii nu jibban maraa irraa nu fayyisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
harka diinota keennaatii fi himattoota keennaatii, nu fayyisee jira,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
diinotaa fi harka worra nu jibbuu mara jalaa akka nu fayyisu addii nuuf kenneera.