Luke 1:72 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Abbootii teennaaf akka mararu addii kennee fi gondooroo woyyittii ifii qaabbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ababoota teennaa nahe wold'aqisa isaa qulqullo qaabatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
abaaboota teennaa na'uuf, waldhaqiisa isaa qulqulloo qaabate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan abbootii teennaa dhiifama godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka kanaan abbootii teennaa dhiifama godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kana'llee taasisuun isaa abbootii keennaaf dhiifama akka taasisuu fi ka dubbate waadaa dubbii isaa Qulqullu'uu'llee akka raawwatu yaadu'uun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbootii teennaaf akka mararu addii kennee fi gondooroo woyyittii ifii qaabate.