Luke 1:73 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Bara le'ii teennaa mara fuula isaa duratti woyyumma'aa fi balchumma'aan, sodaa malee akka isaaf tajaajillu, diinota keenna jalaa akka nu baasu, abbaa keenna Abrahaamiif kakuu gale.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni abaabo keenna Abrahamuti kakhate,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
kakuu abaaboo keenna Abrahaamitti kakate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaa abbaa keenna Abrahaamiif gale woyyuu ufii qaabate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waadaa abbaa keenna Abrahaamiif gale woyyuu ufii qaabate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waadaa kana'llee, kaku'uun ka kenne abbaa keenna Abrahaamiif ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara le'ii teennaa mara fuula isaa duratti woyyumma'aa fi balchumma'aan, sodaa malee akka isaaf tajaajillu, diinota keenna jalaa akka nu baasu, abbaa keenna Abrahaamiif kakuu gale.