Luke 1:74 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka harka nyaapa keenna keesaa nu baase, nu soda male isa hojannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka harka nyaapha keennaa keessaa nu baasee, nu sodaa malee isaa hojjannu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isuma kanaan harka diintotaa jalaa baane.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isuma kanaan harka diinootaa jalaa baane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dubbiin abddii isaa'llee harka diinota keennaatii bilisa baanee, sodaa malee, akka isa tajajilluuf,