Luke 1:75 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka qulqulloomafi d'ugaani guyya keenna ch'ufa isa dura yaanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka haga jirru cufa qulqulloomaa fi dhugaan fuula isaa dura jiraannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara keenna maraa sodaa malee woyyumma'aa fi qajeellumma'aan afoo isaatitti akka isa tajaajillu nuu kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bara keenna maraa sodaa malee woyyumma'aa fi qajeellumma'aan, afoo isaatitti akka isa tajaajillu nuu kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkuma kana bara jireenna keennaa marattuu, Waaqa duranatti Qulqullumma'aa fi qulqullaayomnna, jiraachuu akka dandeennuuf.