Luke 1:76 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mucaa kiyya, atille, raagicha Waaqa Ol Aana'aa hin jedhanta, karaa Gootta'aa qopheessiisaaf isa dura hin ideenta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurba, atileeni raaga Waaqa Gudda jed'ani si yaamani; Aabbo dura deemte kara mid'aasitaafi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gurbaa, sillee raaga Waaqaa Guddaa jedhanniitti si yaaman; karaa isaa midhasuuf fuula Aabboo dura indeemta;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma ati daa'ima nana! raagaa Rabbii maraa olii hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma ati daa'ima nana raagaa Rabbii Ol Aana'aa hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Deebi'ee'llee ati daa'ima nana, nabiyyicha Waaqa Jiraata'aa ni jedhamtta. Karaa isaa'llee qopheessu'uuf dursitee Gooftaa duranatti, ni deemitta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaa kiyya, atille, raagicha Waaqa Ol Aana'aa hin jedhanta, karaa Gootta'aa qopheessiisaaf isa dura hin ideenta.