Luke 1:77 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan Waaqaa araara cubbu'uu kennamuun, beekkuma fayyinnaa akka dhaggattu hinta.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka waan baafama, ka araarama daba namaa d'ufuuni, gumi isaa barsiiftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka gumii isaa waan baafamaa, ka araarama cubbuu namaa dhufuun, barsiiftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan ka dhiifamsa cubbu'uu ta'e, beekkumsa fayyinnaa banii Rabbiitiif kennita.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka kanaan dhiifamsa cubbu'uu ka ta'e, beekkomsa fayyinnaa banii Rabbiitiif kennita.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan'llee cubbuu isaaniitiif dhiifama taasisu'uun, beekkomissa fayyinnaa isaanii ni kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Waaqaa araara cubbu'uu kennamuun, beekkuma fayyinnaa akka dhaggattu hinta.