Luke 1:78 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi keenna marara'aa fi gadhaa laafa'a. Inni aduu fayyinnaa nu'uuf hin baasa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi keenna hojja ch'ufa naasu qaba; inni kayyo ta aka adu gubba nuti ifsa,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii keenna yo cufa Waaqaa naasuu; innii kaayoo ta akka aduu gubbaa nutti ibsa;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi keenna Waaqa araaraatii fi gara laafessa waan ta'eef, Inni aduun fayyinnaa gubba'aa akka nuu ifu taasisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waandhi keenna Waaqa araaraatii fi gara-laafessa waan ta'eef, Inni aduun fayyinnaa gubba'aa akka nuu ifu taasisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni keenna dhiifamaa taasisa'aa fi gara laafessa waan ta'eef ifin fayyinnaa gara oliitii, akka nuuf ifu ni taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi keenna marara'aa fi gadhaa laafa'a. Inni aduu fayyinnaa nu'uuf hin baasa.